About Course

Course  Description in English:

Grade 7 Afan Oromo is a language course designed to develop students’ reading, writing, listening, and speaking skills in Afaan Oromo. The course focuses on grammar, vocabulary, sentence structure, comprehension, and creative expression. Students will read a variety of texts including folktales, poems, and short stories. They will also learn to construct clear sentences, write short essays, and engage in conversations and presentations. The course aims to strengthen students’ cultural identity and communication skills through the rich linguistic heritage of the Oromo people.


Ibsa Afaan Oromo:

Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa barnoota afaan Oromoo dubbisuu, barreessuu, dhaggeeffachuu fi dubbachuu keessatti dandeettii barattootaa guddisuuf qophaa’e dha. Barnootni kun sarara himaarratti, jechoota haaraa, qajeelfama barreeffamaa, hubannoo fi barreessuu ulaagaa guutuu irratti xiyyeeffata. Barattoonni seenaa, asoosama gabaabaa, sirbaafi faaruuwwan akka dubbisan ni taasifamu. Akkasumas, himoota sirrii barreessuu, barruu gabaabaa qopheessuu fi marii fi dhiyeessa gochuu ni baratu. Kaayyoon isaa, eenyummaa aadaa Oromoo fi dandeettii qunnamtii barattootaa cimsuudha.

Show More

What Will You Learn?

  • 📘 Course Overview:
  • Grade 7 Afan Oromo is an engaging language course tailored for young learners who want to strengthen their proficiency in Afaan Oromo. Through a mix of reading, writing, listening, and speaking exercises, this course builds core language skills while also deepening students’ understanding of Oromo culture and literature. It is ideal for students who wish to communicate fluently and express themselves clearly in both academic and everyday settings.
  • 💡 What Will I Learn?
  • By the end of this course, students will be able to:
  • -Read and understand various texts, including stories, poems, and dialogues.
  • -Write well-organized paragraphs and short essays in Afan Oromo.
  • -Use correct grammar, punctuation, and spelling.
  • -Expand their vocabulary and use words appropriately in context.
  • -Engage in oral communication with confidence and clarity.
  • -Appreciate Oromo culture, proverbs, folktales, and traditional values.
  • 📘 Ibsa Barnootaa (Afaan Oromoo):
  • Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa barnoota afaanii barattoota dandeettii dubbisuu, barreessuu, dhaggeeffachuu fi dubbachuu cimsuuf kan qophaa’edha. Barnootni kun, afaan Oromoo keessatti beekumsa isaanii dagaagsuu fi aadaa Oromoo sirriitti hubachuuf carraa kenna. Barattoonni seenaa, asoosama, sirba, fi barruulee adda addaa dubbisanii, of ibsachuu fi qunnamtii sirrii ta’e gochuu ni danda’u.
  • 💡 Maal Barachuu Danda'a? (Afaan Oromoo)
  • Barattoonni barnoota kana xumuruun:
  • -Barruulee garaagaraa akka seenaa, faaruu fi marii hubatanii dubbisuu.
  • -Hima sirrii barreessuu fi barruulee gabaabaa qopheessuu.
  • -Qajeelfama barreessuu, jechoota sirrii fi mallattoo barreessuu sirriitti fayyadamu.
  • -Jechoota haaraa barachuu fi itti fayyadamu.
  • -Marii fi dhiyeessa afaaniin gochuu dandeettii horachuu.
  • -Aadaa Oromoo, mammaaksaa fi seenaa ummata Oromoo barachu.

Student Ratings & Reviews

No Review Yet
No Review Yet