About Course
Course Description in English:
Grade 7 Afan Oromo is a language course designed to develop students’ reading, writing, listening, and speaking skills in Afaan Oromo. The course focuses on grammar, vocabulary, sentence structure, comprehension, and creative expression. Students will read a variety of texts including folktales, poems, and short stories. They will also learn to construct clear sentences, write short essays, and engage in conversations and presentations. The course aims to strengthen students’ cultural identity and communication skills through the rich linguistic heritage of the Oromo people.
Ibsa Afaan Oromo:
Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa barnoota afaan Oromoo dubbisuu, barreessuu, dhaggeeffachuu fi dubbachuu keessatti dandeettii barattootaa guddisuuf qophaa’e dha. Barnootni kun sarara himaarratti, jechoota haaraa, qajeelfama barreeffamaa, hubannoo fi barreessuu ulaagaa guutuu irratti xiyyeeffata. Barattoonni seenaa, asoosama gabaabaa, sirbaafi faaruuwwan akka dubbisan ni taasifamu. Akkasumas, himoota sirrii barreessuu, barruu gabaabaa qopheessuu fi marii fi dhiyeessa gochuu ni baratu. Kaayyoon isaa, eenyummaa aadaa Oromoo fi dandeettii qunnamtii barattootaa cimsuudha.


