Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa (Grade 7th Afan Oromo)

Sirna  Gadaa (Geda System)

  • Sirni Gadaa hojimaata siyaasaa, dinagdee, hawaasummaa fi amantaa ummanni Oromoo raawwatu to’ata. Gadaa jechi jedhu hiika bal’aa kan qabu ta’us gabaabumatti jechichi yeroo wahii agarsiisa. Fakkenyaaf sirna Gadaa keessatti Abbaan Gadaa tokko waggaa saddeetiif bulcha. Waggoota kana bara Gadaa abaluu jennee waamuu dandeenya. Akkasumas, Sirni Gadaa gulantaa yookaan sadarkaa shan qaba.

 

  • The Gadaa system governs the political, economic, social, and religious affairs practiced by the Oromo people. Although the term Gadaa has a broad meaning, it can also refer to a specific period. For example, in the Gadaa system, one Abbaa Gadaa (Gadaa leader) governs for eight years. These years can be referred to as the “Gadaa period” of that leader. In addition, the Gadaa system consists of five levels or stages.