*Fayyadama Teekinooloojii fi Jechoota Tishoo
A. Teekinooloojii jechuuchuun qaroomuu jechuudha. Jechi tishoo jecha jechoota lamaafi lamaa olirraa ijaaramu. Jechoonni
walitti dhufuun jecha tishoo yommuu ijaaran hiika duraan qofaa qofaatti
qaban gatuu danda’u; hiika biroo kennu jechuudha. Jechoonni jechi kun
irraa ijaaramu yommuu walitti dhufan daangaa walitti dhufeenya isaanii
irratti sagalee ofirraa haquun tokko ta’u. Fakkeenya ;saree + diida = sardiida
*Keyyata Barreessu = Keyyeta jechuun gurmaa’ina himootati. *Gosoota keyyata; Keyyanni bakka gurguddoo afuritti qoodama. Isaanis:
1.Keyyata addessa
2. Keyyata ibsaa
3. Keyyata falmisiisaa
4. Keyyata seenessaati
